Notice
Oromia Insurance (S.C.) Annual IFRS Financial Statements For The Year Ended June 30, 2022
Date: 2022-08-26
Beeksisa
Kaampaniin keenya wajjira mummee isaa daandii waalloo safari gara gootaraa geessu dallaa dhaabata leenjii Itiyootelekoom darbee gamoo Diree Dawaa cinatti kan argamutti jijjiirachuu isaa kabajaan isin beeksisna.